Kabajamtoota Maamiltoota Keenya,
Tajaajila Baankii keenyaa daran fooyyessuuf hojiin giddugala odeeffannoo ammayyeessuu hojjetamaa ture milkaa’inaan xummuramuu fii guyyaa har’aa irraa jalqabee dameeleen baankii keenyaa hundi haala fooyya’aa ta’een tajaajila kennuutti deebi’uu isaanii isin beeksisaa obsaan waan nu eegdaniif guddaa isin galateeffanna.
Baankii Siinqee
Tokkummaan Gara Milkaa’inaatti!
ውድ ደንበኞቻች፣
የባንካችን አገልግሎት አሰጣጥ የበለጠ ለማሻሻል ሲሰራ የነበረዉ የመረጃ ማዕከልን የማዘመን ስራ በስኬት መጠናቀቁን እና ከዛሬ ጀምሮ ሁሉም የባንካችን ቅርንጫፎች በተሻለ ሁኔታ አገልግሎት መስጠት መጀመራቸውን እያሳወቅን በትግዕስት ስለጠበቃችሁን ከልብ እናመሰግናለን።
ሲንቄ ባንክ
በአንድነት ወደ ስኬት!