Baankiin Siinqee Waliigaltee Gamsadee Mallatteesse
============================================
Sadaasa 9 bara 2017 Baankiin Siinqee Bulchiinsa Magaalaa Shaggar fi Dhaabbata ZM Tireediingi W.A waliin waliigaltee gamsadee mallatteesse. Waliigaltichi Finfinnee Hoteela Iskaay Laayititti bakka hoggantoonni olaanoo dhaabbilee sadan argamanitti kan mallattaa’e yoo ta’u dargaggootaaf carraa hojii uumuuf kan kaayyeffate ta’uunsaa ibsameera.
Waliigalteen gamsadee kun Pirezedaantii Baankii Siinqee Obbo Niwaay Magarsaa, Sadarkaa Ittaanaa Pirezedaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar, Doktar Tashoomaa Addunyaa fi Walitti Qabaa Boordii Miseensota ZM Tireediingi kan ta’an Obbo Saamu'eel Taganyi bakka argamanitti mallatteeffameera.
ሲንቄ ባንክ አ.ማ ከሁለት ተቋማት ጋር የሶስትዮሽ ስምምነት ተፈራረመ
======================================
ሲንቄ ባንክ አ.ማ ከሸገር ከተማ አስተዳደርና ዚድ.ኤም ትሬዲንግ ከተሰኘ ሃገር በቀል ኩባንያ ጋር አብሮ ለመስራት የሚያስችለውን የሶስትዮሽ ስምምነት ህዳር 9 ቀን 2017 ዓ.ም በእስካይ ላይት ሆቴል ተፈራርሟል፡፡ ስምምነቱን የፈረሙት የሲንቄ ባንክ ፕሬዝዳንት አቶ ንዋይ መገርሳ፣ የሸገር ከተማ ከንቲባ ዶ/ር ተሸመ አዱኛ እና የዜድ. ኤም ትሬዲንግ የቦርድ ሰብሳቢ አቶ ሳሙዔል ተገኝ ሲሆኑ፣ በሶስቱ አካላት የተፈረመው ስምምነት የወጣቶችን ስራ እድል ማስፋትን አላማው ያደረገ መሆኑ ተገልጧል፡፡