Namoota mul'ata isaaniif murtoo dhaabbataa hin qabne waantoota jahaan kanatu bitaaf mirgaan goolii ittiย lakkofsisa!.
Isaanis:
1.Sodaa Hiyyummaa
2.Sodaa Ceephoo
3.Sodaa Fayyaa dhabuu
4.Sodaa Jaalala nama tokko dhabuu
5.Sodaa dullumaafi
6.Sodaa du'aati.
Waanti nama dhibu! Sodaan hiyyummaa yaada sammuuti malee waan qabatamaatti mul'atu
miti. Waanti Rabbii gaditti biyya lafaa kana bitee jiru ammoo yaada waan ta'eef yaadni sodaan
guutame milkaa'ina kamuu mancaasuu danda'a. Humni yaadaa guddaa waan ta'eef.
โSodaan kutaa Muuxannoo sammuu laamshessa
โSodaan ofitti amanamummaa mancaasa
โSodaan dharraa waan tokko hojjechuuf qabdu hadoocha.
โSodaan kaka'umsa hirrisa
โSodaan kaayyoo ketti akka hin amanne si taasisa.
โSodaan karoora kee milkeessuuf carraaquu dhiistee teessee haala mijataa akka eegdu si taasisa.
โSodaan of too'achuu akka dadhabdu si taasisa.
โSodaan gammachuun akka si baqatu taasisa.
โSodaan daddeettii yaaduu kee dadhabsiisa.
โSodaan sammuuf qalbiin kee karoora tokkorratti akka hin xiyyeeffanne godha.
โSodaan kutannoo kee barbadeessa.
โSodaan miira jaalalaafi hiriyyummaa dhabamsiisa.
โSodaan hirriba gahaaf gammachuu akka dhabdu si taasisa.
โKanaaf maal goota beektaa? Sodaadhuma mataasaa ofirraa sodaadhu!