BUSINESS HOJJEDHU!
ย ย ย ย ย
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฆ Qarshii qabaachuuf hojjachuun dirqama, hojjachuuf ammoo dandeettiif tooftaan barbachisaadha.
โฆ 'Business' tokko hojjachuuf tooftaalee โ:
ย ย ย โโโโโโโโโ
ใ1ใIccitii itti namaa waliin hojjettu malee iccitii hojii keetii gonkumaa namaaf hin himin!
ใ2ใWaan sii harka hin geenye abdattee hin gammaddin, yoo dhabdee ni miidhamta
ใ3ใHojii gosa tokko qofa hojjechuun bakka yaadde hin geessu, waan dandeessu hundaa hojjedhuu!
ใ4ใWaan xiqqoo hojjatteen mul'achuuf hin ariifatin, hojiin kee iyyu sii mul'isaati.
ใ5ใ Amma dura hojiin kee yoo siif hin milkoofne san yaaddee of hin jeeqin sababa kufaatii keetii san irraa baradhu malee!
ใ6ใYoo dandeesse nama gargaari malee maallaqa liqeessuu hin heddummeessin, maallaqa kees dhabdee nama sanas dhabdaati.
waan hojjattu hunda irratti nama fakkeenya godhattu qabaadhu! akka isaa/ishee ta'uuf osoo hin taane isa/ishee caaluuf hojjadhu!
ใ7ใ Waan guddaa bor hojjattu ilaaltee xiqqoo har'aa hin tuffatin yookiin hin balleesin! maaliif seete, xiqqoon kun guddaa san bira gahuuf riqicha ce'uumsaati.
ใ8ใ Waan hojjechuuf yaadde dursitee hin odeessin! Namni qabeenyaan si caalu suma irraa dhaga'ee si dursuu danda'aati.
ใ9ใ Yoo dandeesse abbaa ogummaa waan tokkoo ta'uuf yaali! Maaliif seete? Ogummaan akka qarshii miti, argattee kaatee hin dhabdu.
ใ10ใ Kaayyoon kee yoo galma siif gahe of qofaaf hin jiraatin! Lammii keetiif waan gochuu dandeessu hunda godhi maaliif seete:-
โ๏ธ Dandeettii osoo qabuu kan carraa dhabetu jira, karaa itti argisiisi!
โ๏ธ Maallaqa osoo qabuu kan nama (hiriyaa) dhabetu jira, amanamiif!
โ๏ธ Waan hunda hojjechuu osoo danda'uu kan roorroon itti heddummatetu jira waan ta'eef siif jira jedhii aantummaa kee mul'isiif!