Warra Boolee
===========
Boolee, yaa Boolee(x2)
Boolee, yaa Bolee(x2)
Yaa warra Shaggar, yaa warra Shaggar,
Shaggaa yaa warra Boolee
Yaa warra Boole,
Yaa warra Boole
Xiqqoo taphannuu moo ree?
Boolee, yaa Boolee
Oromoo maaltu tuqa ree, ijoollee?
Boolee, yaa warra Boolee
(Boolee)
Oromiyaan tuqamtii ree, ijoollee?
Yaa warra Boolee, warra Bulbulaa,
(Yaa warra boolee)
Yaa warra ganamaa
(Yaa warra Boolee)
Warra Abbaa-biyyaa
(Yaa warra Boole)
Warra jaalalaa
(Yaa warra Boolee)
Warra Booranaa
(Yaa waarra Boolee)
Warra Baarentu
(Yaa warra Boole)
Warra Abbaa-gadaa
(Yaa warra Boolee)
Warra Afrikaa.
Yaa warra Boolee
Xiqqoo taphannuu moo ree x2)
Birroo koo, yaa Birroolee
Manni hin hoo'uu shaggituu malee.(x2)
Safuu hin beektu oftuttuultii
አዲስ አበባ jetti kaleessa dhuftee (x2)
Akka itti dhufte singarree,
Waa dagattee?
አዲስ አበባ (dhaq achi)
አራት ኪሎ
jetti kaleessa dhuftee.
....
....
Biyya abbaa qabutti
ባላገሩ taati dhuftee
አዲስ አበባ (dhaqi achi)
አራት ኪሎ
Jetti kaleessa dhuftee.
Kan biyya hinqabnetu አራት ኪሎ hawwitee
አዲስ አበባ (jette'mmoo)
አራት ኪሎ
Jetti kaleessa dhuftee...
....
https://youtu.be/8Z8iniXjS5A?si=Gdz1VnCgqPKsN7vF
===========
Boolee, yaa Boolee(x2)
Boolee, yaa Bolee(x2)
Yaa warra Shaggar, yaa warra Shaggar,
Shaggaa yaa warra Boolee
Yaa warra Boole,
Yaa warra Boole
Xiqqoo taphannuu moo ree?
Boolee, yaa Boolee
Oromoo maaltu tuqa ree, ijoollee?
Boolee, yaa warra Boolee
(Boolee)
Oromiyaan tuqamtii ree, ijoollee?
Yaa warra Boolee, warra Bulbulaa,
(Yaa warra boolee)
Yaa warra ganamaa
(Yaa warra Boolee)
Warra Abbaa-biyyaa
(Yaa warra Boole)
Warra jaalalaa
(Yaa warra Boolee)
Warra Booranaa
(Yaa waarra Boolee)
Warra Baarentu
(Yaa warra Boole)
Warra Abbaa-gadaa
(Yaa warra Boolee)
Warra Afrikaa.
Yaa warra Boolee
Xiqqoo taphannuu moo ree x2)
Birroo koo, yaa Birroolee
Manni hin hoo'uu shaggituu malee.(x2)
Safuu hin beektu oftuttuultii
አዲስ አበባ jetti kaleessa dhuftee (x2)
Akka itti dhufte singarree,
Waa dagattee?
አዲስ አበባ (dhaq achi)
አራት ኪሎ
jetti kaleessa dhuftee.
....
....
Biyya abbaa qabutti
ባላገሩ taati dhuftee
አዲስ አበባ (dhaqi achi)
አራት ኪሎ
Jetti kaleessa dhuftee.
Kan biyya hinqabnetu አራት ኪሎ hawwitee
አዲስ አበባ (jette'mmoo)
አራት ኪሎ
Jetti kaleessa dhuftee...
....
https://youtu.be/8Z8iniXjS5A?si=Gdz1VnCgqPKsN7vF