Walaloo (Lyrics) YAADANNOO • Solomon Adugna
****
Yaadannoo seenaa hin dagatamne
Keessa kootii qabda mana kootii qabda
Akkamittan sidagadha
Yaadannoo seenaa hin dagatamne
Keessa kootii qabda gola kootii qabda
Akkamittan sidagadha
Olman hin dagatamne
Kan sammukoo keessa banne
Gabatee onnee koo irratti
Inni caafame seenaa keeti
Seenaa hin dagatamne
Kan sammukoo keessa banne
Gabatee onnee koo irratti
Inni caafame olman keeti
Hin fakkaatu ture dhiphinni kaleessaa sun wanta darbamu
Sumari nafure harkakeen namni qabame silaa gatamu
Hin fakkaatu ture an har'a ga'ayyu Seene Marti fakkaanne
Sumatu na ture barruun kee nabaate Yesus lafa nakeenye
Hin badu namni si qabu ragaatu ana
Kufee hin hafu namni siqabu ragaatu ana
Hin salphatu namni siqabu ragaatu ana
Hin nyaatamu namni siqabu ragaatu ana
Ulaa salphaa miti Karaan si'in darbee dhufe
Harkike naqabnaan jabaadhen ka'e lafan kufe
Situ nabareeche uumaakoo jiruukoo kukkuulte
Na irraanfachistee gaddakoo hadha'a mi'eessite
Onnee koo mo'ate olmaankee singalateeffadha
Sammuu keenya to'ate gochankee sin galateffadha
Jiruukoo situ naf hojjate sin galateeffadha
Gaddakoo kolfatti jijjiirte sin galateeffadha
Yaadannoo seenaa hin dagatamne.......
Ani nan yaadadha kalessakoo beeka iddoo dhufee lafa nafuutee
Akkamittan sidagadhaa guca seenaa kootu yaadata wanta naf goote
Jaalakoo nan yaadadha ifaajikee hin irraanfadhu du'akoo hambiste
Akkamittan sidagadha galme salphinakoo cufte nama nagoote.
Hin badu namni si qabu ragaatu ana
Kufee hin hafu namni siqabu ragaatu ana
Hin salphatu namni siqabu ragaatu ana
Hin nyaatamu namni siqabu ragaatu ana
Onnee keenya mo'ate olmaankee si galateeffannaa
Sammuu keenya to'ate gochankee si galateeffanna
Jiruu keenya situ nuf hojjate sigalateeffana
Gadda keenya kolfatti jijjiirte si galateeffanna
Sigalateeffanna aha aha sigalateffanna *2
...................................
@Walaloo_Faaruu