🎸
Dawit Boru - Nuuf Kenni Jaalala -
Faaruu Durii 🎸
Waan hunda argannee jaalala duwwaa dhabne
Gar-laafummaa sirraa barannee garuu waliif araaramuu dadhabne
Ati kan waan kennaa maraa in qabda malaa
Waljibbaa mootummaa hin galanii nuuf kenni Jaalalaa
Ati waan kennaa maraa in qabdaa mala
Waljibbi mootummaa nu hin galchu nuuf kenni Jaalalaa
Ati waan kennaa maraa in qabdaa mala
Waldarbaa mootummaatti hin galamu nuuf kenni Jaalalaa
Ati waan kennaa maraa in qabdaa mala
Wal dhiibaa mootummaa hin galanii
nuuf kenni Jaalalaa 🙏
│
╰──⌊
@Getu_Official ☑