Addisuu Waayimaa
Agartuukoo 🎸🎸🎸🎸
{Agartuukoo dukkanaaf ifa ati
Bakkalcha fayyinaa kootiim ati
Siin olitti enyuyyuu na hin mararu warqee na hin fayyadne ani huuba hin guuru}*2
{dhiibbaan hin daganne yoon yaadadhu akkan itti
argadheyyuu daandii kana abjuu gegeeddarees hin dandeenye na tasgabbeessuuf galaan alaaf manaa si malee agartuukoo gaafa si wajjinii dukkanni ifa bakkeen onaakoo marga lalisaati sodaan koo iddoo ati hin jirree kolfa siin ala guyyaan naaf ifaa miti lakki agartuukoo}*2
Mammaaksi firootaa waa naa hin godhu na hin gargaaru silas hubadheera anoo bitumaaf mirgaan huuba guuru ija biraa hin qabu kan naaf arguuf kanan ittiin argu dirree namni naaf ilaale keessa qofaa hin fiigu simalee agartuukoo
{Sin jajadha biiftuu fayyinakoo burqaa jechoota haaraan siif qaba na marartaam baay'ee na boojitee garaan koo siif hirriba dhaba har'ayyuu agartuukoo si xumure jiruu fayyinakoo tolfameera amma iddoon an dhaabadhu ofiikeerraa naa goote qoodakoo daandiikoo gabaarra hin iyyaafadhu sichi agartuukoo}*2
Kanan garaakoo caalaa itti amanu si argadheera michuu guyyaa lolaaf guyyaa nagaa si godheera qomarra na hin taa'an jechoonni kee anaaf lubbuu kooti firooma hin mofofne qabnaam sichis waliin aniif ati agartuukoo
Isa kaleessaa isa har'aatiif isa borii isa kaleessaa michuukoo isa har'aatiif isa borii isa kaleessa isa har'aatiif isa borii
Isa kaleessaa ijakoo isa har'aatiif isa borii
Isa har'aatiif isa borii*4
@Walaloo_Faaruu 🎼