Forward from: MIIDIYAA SOOTIRIYAA ሶትርያ ሚዲያ
#Mee_Koottaa....‼️
#Paakeejii_Cuuphaa2017....‼️
Baga ifa Cuuphaa Gooftaa keenyaan isiniin gahe nuun gahe!!
Obboloonni maatii Kiristaanotaa!! Miidiyaa yeroo gabaabaa keessatti tajaajila mana kiristaanaa isa qajeeltuu abbootiirraa dhaalle keessatti haga hayyama Waaqayyoo firii qulqulluu gumaachuuf tattaafatu fi abdii guddaan irratti kaawwame kanaaf maatii taataniittuu? Tajaajilicha hoo deeggaraa jirtuu?!
Akkuma qulqullichi ".... ammas koottaa wanta gaarii ta'e hojjechuutti hin laafnu!" Gal.6:9 jedhe koottaa tajaajilicha waan dandeessaniin deeggaraatii waliin hiriirree Miidiyicha bakka gahuu qabutti tarkaanfachiisna jennee Jaalala Gooftaan isin affeerra!!
Tajaajilicha irratti yaadaa fi gaaffii yoo qabaattan kana malees deeggaruuf karaa Telegram @Sotm001 ykn bilbila +251982084408 tiin nu quunnamuu dandeessu.
#15kChallenge
#SubscribeYouTube
#MiidiyaaSootiriyaa
#SoteriaMedia
#LikeShareComment
✝️YouTube► https://youtube.com/@Soteriamedia21
✝️Telegram► https://t.me/Soteriamedia
✝️Facebook► https://www.facebook.com/soteriamedia21
✝️TikTok► https://www.tiktok.com/@sootiriyaa
✝️WhatsApp► https://whatsapp.com/channel/0029VavbGc972WU2EwxH953o

Miidiyaan Sootiriyaa Ayyaana Cuuphaa bara 2017 sababa godhachuudhaan paakeejiiwwan qophii ayyaanaa qopheessuudhaan kunoo jaalalaan isin affeeruuf qophii xumurtee jirti.
👉 Sagantaaleen akka Faaruu, Dhimbiibbaa, Lallaba Wangeelaa fi kanneen biroo guyyootaa gabaabaa keessatti ayyaana cuuphaaf isin bira gahu.
👂Faaruu👂
Mata dureen: Cuuphameera Iyyasuus
Walaloo fi yeedaloo: Miidiyaa Sootiriyaa
👂Dhimbiibbaa👂
Dhimma Taabotaa fi gaaffilee taabota irratti ka'an irratti
👂Atiroonoosii👂
Lallaba Wangeelaa