Ergaa akeekkachiisaa Poolisii Federaalaa irraa
****
Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa yakkamtoota bilbila adda addaa fayyadamuun sobanii akka waan baankii irraa bilbilan fakkeessanii maallaqa herrega maamiltootaa irraa hatan irraa ummanni akka of eegu dhaamsa dabarsa.
Akka Poolisiin Federaalaa jedhutti biyya keenyatti yeroodhaa gara yerootti Baankii Daldalaa Itoophiyaa dabalatee namoota dhuunfaa maqaa baankii adda addaa fayyadamuun, maamilaan badhaasa baankii keenyaa irraa argatteetta jedhanii fakkeessuun mala sobaa adda addaa fayyadamuun siistema sirreessaa jirra koodii baankii moobaayilaa keessan akka galchitan jechuun amansiisu.
Poolisiin Federaalaa ummanni hanna akkanaa irraa akka of eegu ibsa.
Shakkamtoota hannaa akkanaa raawwatan yoo saaxiltan, Appii Hirmaannaa Lammiilee Fooyya’e (EFPApp) fayyadama .
https://play.google.com/store/apps/details?id=guardianX.com.guardian_x&hl=en ykn lakkoofsa bilbila bilisaa 991 bilbiluun, yaada ariifachiisaa kennuudhaan ykn odeeffannoo nageenyaaf geessuun ykn... qaamota nageenyaa naannoo sana jiran akka namni hundi yakka kana ittisuuf ga’ee isaa ba’uuf waamicha dhiheessera.
Hattoota kana irratti poolisiin tarkaanfii jalqabe cimsee akka itti fufus beeksiseera.
Maddi: Fuula Feesbuukii Poolisii Federaalaati.