Bu'aa qabeessummaa diinagdee fiduun toora xiyyeeffannaa karoora ittaanuu akka ta'e, pirezidaantiin baankiin daldalaa Itoophiyaa Abbee Saanoo beeksisan.
. CBE'n gamaggama raawwii ji'a jahaa kan 2024/25 kallattii kaa'uun xumure.
***
Pirezidaantiin baankii daldalaa Itoophiyaa Abbee Saanoo kallattii hojii fuula duraa kennan.
Haaluma kanaan, bu'aa qabeessummaa diinagdee fiduun toora xiyyeeffannaa karoora ittaanuu akka ta'e, pirezidaantiin baankiin daldalaa Itoophiyaa Abbee Saanoo beeksisan.
Kana dhugoomsuuf immoo qabeenya maddisiisuun murteessaadha jedhan.
Distiriiktonnii fi dameeleen baasii xiqqeessuun, hojii fooyyee qabu hojjachuu qabu jedhan.
Qabeenya dorgomtummaa guddaa qabu, sharafa alaa maddisiisuun dhimma filannoo biraa hin qabne waan ta'eef, xiyyeeffannaan hojjatamuu akka qabus hubachiisan.
Tiraansfoormeeshiniin gara dijitaalayizeshiniitti jalqabame, daran cimee itti fufuu akka qabu dhaamaniiru.
Tajaajila liqiitiin maamila baay'ee bira gahuuf, yeroo dhihootti hojiirra kan Oolu ta'uu ibsaniiru.
Hundaa ol roga hundaan milkaa'ina dhugoomsuuf, maamiloota sirnaan tajaajiluun, murteessaa ta'uu, pirezidaantiin baankii daldalaa Itoophiyaa Abbee Saanoo hubachiisan.
Gamaggamni raawwii hojii baatii jahaa guyyoota lamaaf, waajjira muummeetti gaggeeffame xumurame.