Kun Waraana Bilisummaa Oromoo dhaaba siyaasaa ABO-WBO jala hiriiree jirudha.
Akeekni fi sagantaan siyaasaa isaa Uummata Oromoo sagantaa fi qawwee alagaan garboomee jirutti Impaayera ta'uu xoophiyaa fi biyya ta'uu Oromiyaa barsiisee amansiisuu.
Lammata irratti diina dachee oromia weerartee jirtu haleeluun daangaa Oromiyaa weerara Minilik II dura Oromiyaa jala turte Oromiyaa jalatti deebisuun mirga hiree murteeffannaa uummata Oromootti kennuudha.
Bilisummaa fi Walabummaa jechuudha. Dhimmi Mootummaa kuffisuu nu hin ilaallatu. Mootummaan falma qabsoo bilisummaa Oromoo dura dhaabbachuu yoo baate itti fufa, yoo dhaabbate garuu ni kufa. Ta'us sun dhimma ABO-WBO miti.
Maayii irratti garuu Oromoon qaama isa bulchu dhiibbaa malee sammuu bilisoomee fi daangaa walaboome keessa taa'ee ni filata.
Injifannoon Uummata Oromoof!!