cryptOmiyaa🎖


Channel's geo and language: Ethiopia, English


CryptOMIYaan oduuwwaan haaraa crypto fi airdrooppota telegram irratti hojjatamaa jiran bal'inaan yaada isaan of keessatti qaban kan isiniif dhiyeessuudha! gaaffii keessan bilisaan dhiyeeffadhaa @CryptOmiyaa_Admin
Owner @mr_abdisha

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Statistics
Posts filter




Tapswap TGE dhaaf guyyaa 10 qofatu hafe

Namoonni hojjachaa jirtan kana tuqaa mee
🤙


PAWS wPaws bituu fi badge upgrade gochuun ykn guddisuu wiixata akka dhaabbatu beeksisan, activity check website irraan torban itti aanutti hirmaattota humdaaf bu'aa isaanii akka cuunfus ifoomsan.

namoonni wPaws tokko iyyuu hin qabne yoo jiraattan 10 illee haatatuu 0.1Tonin wPaws 10 bituu yaalaa bor qofa qabduu.


Zoo mining xumuramee jira!


Zoo wallet connect gochuu keessan check godhaa!😎


300k Paws hin geenye jechuun Voucher hin baafattan jechuudha malee boodarra gaafa list token ni argattu hin cannaqamiinaa
Voucher gurguruun dirqama miti
Gaafa list ta'e gatiin isaa kanaa olis gadis ta'uu ni danda'a
Gaafas ni gurgurattan warri 300k gad qabdan
obsaan eega.


Waarri gara NFT Jijjiirachuu barbaaddan,  0.005 SOL isin barbaachisaa.


Paws accountii meeqaan hojjattan?
Poll
  •   1-5
  •   5-10
  •   10-30
13 votes


Amma irratti gatii adda addaatu jira
Daqiiqaa muraasa dura 0.25Sol (60) ta'ee kan ture yoo ta'u amma gara 0.45sol (104usdt) gaheera

Namootni multi account hojjattan💪


Nft premarket jechuun gatii token paws osoo hin taane! Fakkeenyaaf ani qabxii paws 300k qaba yoo ta'e qabxii kana premarket irratti gatii ani barbaade maxxansuun caalbaasiif dhiheessuudha!

Kanaafuu gatiin amma jiru kun kan namootni maxxansaniidha! Haa ta'u malee premarket gatii guddaan jalqabuun isaa baay'ee gaariidha


PAWS premarket started on magiceden.io

Amma irratti namootni Gatii voucher 1 = 245 USDT (35,525birr) jechuun gurguruuf dhiheessaa jiru..

voucher 1= qabxii Paws 300k

check godhaa.. https://magiceden.io/marketplace/pawsvouchers


The correct answer to today's riddle:

Dik-Dik


Today Zoo Gift Box

Box 1
Time: 7:40 (guyyaa)
Reward: 3580 Feed
Duration: 10 min

Box 2
Time: 3:35 (galgala)
  Reward: 259 Feed
Duration: 30 min

Box 3
Time : 5:05  (galgala)
Reward: 1980 Feed
Duration: 15 min

@cryptomiyaa
@cryptomiyaa


GOOD MORNING CRYPTOMIANS🤠


paws new task


Major Har'a Odeeffanoo Gaariidhaan akka dhufan nii eegama!

Achievement keessan Convert gootanii?

Godheera 🔥
Hin goone 👍


TAPSWAP  TGE dhaaf guyyaa 16 qofatu hafa jechuun fuula X isaani irratti maxxansaniiru


🐼Today Zoo Gift schedule

🎁Box 1
➖Time: 9:30 (guyyaa)
➖Reward: 396 Feed
➖Duration: 30 min

🎁Box 2
➖ Time: 11:20 (guyyaa)
➖ Reward: 4292 Feed
➖ Duration: 10 min

🎁Box 3
➖ Time : 4:05  (galgala)
➖ Reward: 1718 Feed
➖ Duration: 15 min

@cryptomiyaa
@cryptomiyaa


Good morning Cryptomians😎


Mehmash irraa 4000 energy Fudhadhaa.

monday_evening

20 last posts shown.