JANNATA ARGE
Gaafas argeen ture
qananii manichaa
Akkaan ilaaleera
gammachuu gamichaa
Hedduu nama hawwata
urgooftuun achirraa
Namas komachiisa
jireenya dachiirraa
Gaafas;
Gorora kee dhamdhamuuf
sitti na rarraasise
Hidhii keetti of fannisuu
akkaan na dharraasise
Gaafas;
Nadhii sirraa utuun dhuguu
yaadakoon samii uree
Dhungoo afaan kee keessatti
jannatayyuu argeen ture.
✍️ Wada Getachew
𝚓𝚘𝚒𝚗 𝚘𝚞𝚛 𝚌𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
𝚏𝚘𝚛 𝚖𝚘𝚛𝚎 𝚙𝚘𝚎𝚖'𝚜
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
➪ @debela_etana
➪ @debela_etana
e𝚍𝚞𝚌𝚊𝚝𝚒𝚘𝚗&𝚏𝚞𝚗𝚗𝚢
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Gaafas argeen ture
qananii manichaa
Akkaan ilaaleera
gammachuu gamichaa
Hedduu nama hawwata
urgooftuun achirraa
Namas komachiisa
jireenya dachiirraa
Gaafas;
Gorora kee dhamdhamuuf
sitti na rarraasise
Hidhii keetti of fannisuu
akkaan na dharraasise
Gaafas;
Nadhii sirraa utuun dhuguu
yaadakoon samii uree
Dhungoo afaan kee keessatti
jannatayyuu argeen ture.
✍️ Wada Getachew
𝚓𝚘𝚒𝚗 𝚘𝚞𝚛 𝚌𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
𝚏𝚘𝚛 𝚖𝚘𝚛𝚎 𝚙𝚘𝚎𝚖'𝚜
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
➪ @debela_etana
➪ @debela_etana
e𝚍𝚞𝚌𝚊𝚝𝚒𝚘𝚗&𝚏𝚞𝚗𝚗𝚢
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ