Yaa'iin Waliigalaa 2ffaa Paartii Badhaadhina har'a irraa eegalee ni gaggeeffama
*****************************
Yaa'iin Waliigalaa 2ffaa Paartii Badhaadhina har'a irraa eegalee magaalaa Finfinneetti geggeefama.
Yaa'iin kun mata duree ''Waadaa hanga Aadeeffannaatti'' jedhuun kan taa’amu yoo ta'u murtiiwwan hedduu fi kallattiin murteesoon ni kaa'ama jedhameet eeggama.
Yaa'ii kana irratti miseensoota fi hoggantoota Paartichaa malees paartileen siyaasaa biyyoota ollaa fi biyyoota miseensoota BRICS ni hirmaatu jedhameera.
Haaluma kanaan paartileen siyaasaa obbolaa ta'an 15 biyyoota ollaa irraa akkasuma biyyoota miseensoota BRICS irraa hoggantoonni paartilee obbolaa 43 ni hirmaatu jedhamee eeggama.