Indiyaatti wal dhiibuu Feestivaalaa irratti mudatee lubbuu lammiilee darbeef Itoophiyaan gaddi itti dhagahame ibsite
**************************
Indiyaatti Feestivaala Kuumbi Meelaa irratti taatee mudateen lubbuu lammiilee biyyattii darbeef mootummaan Itoophiyaa gaddi itti dhagahame ibseera.
Indiyaa Feestivaalaa Kuumbi Meelaarratti baay’ina hirmaattootaarraa kan ka’e wal dhiibuu umameen lubbuu lammiilee darbeef Ministeerri Dhimma Alaa gadda itti dhaga’ame ibseera.
Mootummaa fi uummanni Itoophiyaa yeroo rakkinaa kanatti Uummata fi Mootummaa Indiyaa cinaa kan dhaabbatu ta’uu ibsuudhaan Uummataa fi Mootummaa biyyattiif jajjabina hawweera.
Feestivaalaa Kuumbi Meelaa irratti wal dhidhiibbaa uumameen lubbuun namoota kudha shanii yoo darbu, namoonni hedduun immoo miidhaa qaamaaf saaxilamuun eerameera.