Paartiin Badhaadhinaa Ilaalchotaa fi Barmaatiilee Duubatti Hafoo Hedduu Jijjiiruuf Hojjechaa jira - Pireezidaantii Paartichaa Abiyyi Ahimad (Dr.)
****************************
Paartiin Badhaadhinaa ilaalchotaa fi barmaatiilee duubatti hafoo hedduu jijjiiruuf hojjechaa jira jedhan Pireezidaantiin Paartii Badhaadhinaa Abiyyi Ahimad (Dr.).
Paartiin Badhaadhinaa Yaa’ii Idilee 2ffaa mata duree “Waadaa Hanga Aadaa" jedhuun Yaadannoo Injifannoo Aduwaatti gaggeessaa jira.
Pireezidaantiin Paartichaa fi Muumichi Ministiraa FDRI Abiyyi Ahimad (Dr.), yaa'icha irratti ergaa baniinsaa taasisaniin, Itoophiyaatti Siyaasni Paartii umriin isaa baay'ee gabaabaa ta'uu fi waggaa 60 kan ... https://web.facebook.com/etvafaanoromoo/posts/pfbid0xCEYDn2NA8NyfBbMo1Ua1EaytYrp38PRo745FNXwGN7zod5ViqWrEtS1RJrpyjaUl?__cft__[0]=AZVbXs_D_zE3F0HP4STspYe6a6u5py37bG86_kRXbe4UeamUmfpftLi9dPKcwTTvIw_mR3K7VTAWaRUootaydugQt2RrkSXqh7DYyZMsdH0YA7zqTr3JBtM8YGMiMlUOH0pBYoi5gCS52C5SgOrK973j5Q5EAerg2NlsBiTLJ9wL6PIzRCjcOLOLFET6tG2TJHE&__tn__=%2CO%2CP-R