Hoggantoonni Paartii obbolaa biyyoota ollaa fi biyyoota miseensa BRICS irraa Yaa'ii Idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa irratti hirmaacha jiran Paarkii Inxooxxoo daawwatan
*****************************
Yaa'iin Idilee 2ffaa Paartii Badhaadhina mata duree “Waadaa hanga Aadeffannaatti” jedhuun Amajjii 23, bara 2017 Finfinnee, Yaadannoo Adwaaatti eegalame itti fufeera.
Yaa'iin kun dhimmoota adda addaa irratti mari'achuudhaan murtiiwwan adda adda ni dabarsa jedhameet eeggama.
Yaa'ii kanarratti hirmaachuuf hoggantoonni ol’aanoo paartii obbolaa biyyoota ollaa fi biyyoota miseensota BRICS irraa dhufan Paarkii Inxooxxoo daawwataniiru.