Forward from: Kaayyoo Dhugaa ❤️
✔️Faranjii gaafa Afrikaa dhuftu 'tourist' Jenna. Afrikaan gaafa gara Awurooppaatti ykn Ameerikaatti dhaqu ' godaantoota seeran alaa' jedhamu. Afrikaan addunyaa irraa gaaffii qabdi.
( ROOBERT MUGAABEE)
👉Hammamillee hiyyoomtuu jedhamtu ''biyyi ofii kafana'' jedhama. Donald Trump hojiikee nyaadhu 😀😁
👇👇JOIN👇👇
@Kaayyoodhugaa
( ROOBERT MUGAABEE)
👉Hammamillee hiyyoomtuu jedhamtu ''biyyi ofii kafana'' jedhama. Donald Trump hojiikee nyaadhu 😀😁
👇👇JOIN👇👇
@Kaayyoodhugaa