Guyyaa: 03/03/2017
B e e k s i s a
Dorgomtoonni Ogummaa Barsiisummaan Kolleejjota Barnoota Barsiisotaa Oromiyaa Leenjii Ogummaa Barsiisummaan galuuf KBB Jimmaa jalatti Wiirtulee adda addaarratti (Asandaaboo, Aggaaroo fi KBB Jimmaa) tti Qorumsa Seensaa fudhattanii jirtan firiin qorumsa Seensaa keessaniifi kanneen Af-Gaaffiif Darbitan maqaan keessan Wiirtulee itti qoramtanitti bor (04/03/2017) sa’a 4:00 irratti waan maxxansamuuf deemtanii ilaallachuun kanneen Af-Gaaffiif Carraa argattan ammoo guyyaa gaafa Kamisaa (05/03/2017) ganama keessa sa’a 2:30 irratti wiirtulee qoramtan irratti Af-Gaaffiif akka argamtan cimsinee isin beeksifna.
Hubachiisa:
Af-Gaaffif kan dhuftan:
1. Waraqaa eenyummaa,
2. Ragaalee Barnoota keessanii (Kaardii kutaa 8ffaa, Tiraaniskiriiptii 9-12, ragaa Qorumsa biyyaalessaa)
qabaatanii akka argamtan isin beeksifna.
Nagaa Wajjin!