Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Of eeggannoof
------
Appilikeeshiniin maqaansaa Pharma+/CBE Vacancy jedhamu bilbila android irratti hojjetu kan hannaaf oolu karaa telegram fi whatsappdhaan yoo isinitti ergame hin baninaa jechaa jira Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa. Appilikeeshinii sana yoo bilbila keessan irratti feetan ajaja keessan malee qarshii dabarsuu danda'a waan ta'eef of eeggannoo barbaachisu akka taasistan jedhee ergaa kana mul'isaa jira.
Waliif #share godha