#Gadda_Baayyee_Guddaa😭😭😭
Balaa tiraafikaa har'a ganama #Shaambu irraa gara Finfinneetti konkolaataan #TATA uummata fe’atee deemaa ture bakka addaa #Ifaa jedhamu Aanaa #Gudayyaa_Biilaa garagaluun lubbuu namoota 28 ol gafaateera.🥲
Warra boqotaniif lubbuu isaaniif jannata hawwina
Maatiifi firootaaf jajjabina hawwina🥲