Jechoota dinqisiisoo Alberti Anaastayin:🥰
============================
☑️Kaleessa irraa baradhaa, har'aaf jiraadhaa, bor abdadhaa.
☑️Namni dogoggoree hin beekne waan haaraa yaaluu hin beeku.
☑️Dandeettii addaa hin qabu, garuu waa beekuuf fedhii guddaan qaba.
☑️Dadhabbiin ilaalchaa dadhabina amala ta'a.
☑️Rakkoo keenya yaada yeroo uumne itti fayyadamne sanaan furuu hin dandeenyu.
☑️Salphaatti ibsuu yoo dadhabde sirriitti hin hubattu.
☑️Uumama keessa gadi fageenyaan ilaali, sana booda waan hunda caalaatti hubatta.
Hiriyoota keessaniif #share godhaa...
Gorsa, baacoo fi qoosaa heddumminaan liinkii kana tuquun telegraama join godhaa.
👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇
https://t.me/kaayyoodhugaa