Hiikni jaalalaa maal akka fakkatu yoo Ibsu ogeessichi kunooti
Gaadidduun kee hamma ifi aduu jiru qofaatti si waliin tura gaafa dukkanni dhufuu gaadidduun kee arguu hin dandeesuu. Jaalalli sobaas akkasuma hamma haalli mijataaf ifi jiru qofaatti si waliin turee gaafa rakkoo qofummaatti si dhiisee deema.
Jaalalli dhugaan jalqaba malee xumura hin qabu. jaalalli hamma wal bira jiran qofaatti utuu hin taane kan waa'ee ishee/isaa dagaachu dandeessu ofi keetis gaafa duuteedha.