TGStat
TGStat
Type to search
Advanced channel search
English
Site language
Russian
English
Uzbek
Sign In
Catalog
Channels and groups catalog
Search for channels
Add a channel/group
Ratings
Rating of channels
Rating of groups
Posts rating
Ratings of brands and people
Analytics
Search by posts
Telegram monitoring
Madda beekumsaa
9 Feb, 17:06
Open in Telegram
Share
Report
Forward from:
Kaayyoo Dhugaa ❤️
#Share osoo gootanii natti tola
Yoo isinitti tole #Like ykn #Share
Of eeggannoof ni ta:a.
~Kaardii mobaayilaa qeensaan hin faaqinaa
sababni isaa lakkoofsi isaa silivar naayitroo
oksaayidiin waan uwwifameef gogaa
qaama keessaniitti # kaansarii fida.
~Mobaayilaan hogguu haasoftan
gurra bitaa keessan qofaan haasayaa.
~ Qoricha bishaan sirritti
qorraa ta'een hinfudhatinaa
~~Guyyaa sa'aa 11:00 booda nyaata ulfaataa
hinyaatinaa
~Sa'aa hirribaa bareedaa kanjedhamu
galgala sa'aa 4:00 hanga sa'aa 10:00 ti
~Qoricha erga fudhattaniin yookiin
nyaata erga nyaattaniin booda
battalumati hin rafinaa.
~Hammi baatirii mobaayila
keessanii xiqqaa yoo ta'e hinkaasinaa
sababni raadishiniin silkii kanaa
dachaa 1000 n jabaata
waan ta'eef.
~Shaayii laastikarratti hindhuginaa
laastikiin react waan godhuuf.
~Nyaata waraqaa (polythene) irratti hin
fayyadaminaa
👉Waan gaarii waliif haa yaaannuu kaayyoodhugaa★
#Share....share....share
👇👇👇👇👇👇
KAAYYOODHUGAA
KAAYYOODHUGAA
144
0
0
12
×