~ODUU INJIFANNOO
WBO ZOONII KIBBAA
KOONYAA GUJII LIXAA,
Mudde, 25/2024
Irree fi gaachana ummata oromoo kan ta'e #WBO,n ZKibbaa Konyaa gujii lixaa,Aanaa Galaana Ganda Boorree jedhamutti ganama sa'a 12:00Am- 3:00 Am itti tarkaanffi waraana pp Rib ofin jedhu irratti WBO,n fudhateen nama 50 ol yommuu irraa ajjesu,nama 30 madoo dandammmi hin qabneen adabuun
qawwe AKM_35 ,PKM_2
Isnapera_1,
Rasasa kilaashi _2000, boombii_10,rasaasa pkm- 1278 fi kaaziina qawwe_ 54. Akkasuma nama jira 10 harqaan qabuun boji'era.
Gama biraatiin , Gootichi waraanaa bilisummaa Oromoo godinuma gujii Lixaa kessatti magaala Aanaa Qarcaa senuun waraana pp lama ajjese ,tokko Madoon adabera.Akkasuma godinuma kana keessatti ,Aanaa dugda daawwaa Ganda hemmaa kinshoo jedhamutti WBO,tarkaanffi diina irratti fudhateen kabinee Aanaa afur bakka tokko itti ajjesuun injifannoon golabera.
IUOF!