K/Abiyyi Finfinnee qofaatti Kutaa Woraanaa Opireeshiinii Addaa Jechuun Kutaa Waraanaa 93ffaa Hundeeffate.
Waraanni Kun Kan Hundeeffamee
Kutaa Waraanaa kommaandoo
Mooraa Leenjii Bilaattee irraa
Buufataa woraanaa Naannawa Hawwaasaa Jiru Togaa Jedhamu fi Bishooftuu Mooraa humna Qilleensaa irraa Walitti fiduun Finfinnee qofa keessatti "Kutaa Opreeshiinii Addaa" Jechuun Saaris Worshaa gogaa cina qabsiisee jira .
Masara haaraa Ijaaramaa jiru Inxooxoo Cinatti Kotobee Kolleejjii barsiisotaa Cinatti Bakkoota Gara shaniitti qubachiiffatee jira.
Hojiin kutaa Waraanaa kana Akka Maddi Odeeffannoo keenya jedhutti
Halkaniif guyyaa Finfinnee Sakatta'a Godhuuf.
Nama Xiqqoo Shakka Ajjeessuuf Abbaa Barbaaddee kallattumaa Dhabamsiisuu qofarratti Kan xiyyeeffataniidha.
Yeroo Ammaa Kana Adaanechi Abeebee Photo dha male Hooggansaa magaalaa Finfinnee Abiyitti harkaa qaba jechuun nu hubachiise Maddichi.
👉Waatuu jiraa Dammaqi