Oromoon Maalitti Jirtaa?
=====================
Perezadant Eritrea πͺπ· Lola xoopiyaa πͺπΉ irratti Banuuf Waraana kuma 30 gara Daangaa Ethiopia Fe'uudhan Qophii xumuranii jiru
Lola kana irratti Perezadant Tigraay Durani Dabraxiyon Eritrea πͺπ· Waliin akka hirmaata jiru dhagahame jira
Perezadant Durani xoopiyaa πͺπΉ Eritrea πͺπ· fi Tigraay Lola Waliin xoopiyaa πͺπΉ irratti Banuudhaf Qophii Xumuruu isanii Dr.Mulatuun Al-Jaziraa Afaan English tiin Addunyaan akka nurraa dhorgitu jechuudhan Himatanaiiru
Sababa Muddamsuu kanaatiif bulchaan Impaayera Ethiopia Partilee Siyaasa Oromootin Na gargaara Lola jechuudhan Araaraaf Marii irraa jira.