Dubbii cimaa Biraan Impaayera Maafiyaa PPtti Dhalate
****
Haleellaa milishaa naannoo kibba Ityoophiyaa keessatti raawwatameen lammiileen Keeniyaa 20 ol ajjeefamaniiru.
Miidiyaaleen Keeniyaa akka gabaasanitti hidhattoonni naannoo kibba Itiyoophiyaa irraa dhufan qarqara haroo Turkaanaa, daangaa Itiyoophiyaa fi Keeniyaa irratti argamu, qarqara haroo Turkaanaa irratti, daangaa Todonyang irratti haleellaa tasa raawwachuudhaan namoota qurxummii qaban 20 ol ajjeesuu isaanii gabaasaa jiru.