Maalii Toleraa Waalin turee hoo hin bektu Jabinaa fi cichomina Ijolee Abbaa Caalii Zoom dhuftee xebuxebu maalif barbachisee "Lallaba gowwaa firatu qaana'a" jedhe Jaal Ittiiqaa Tafarii! Dachee irraa wal buufna, kofoo koon karaa mataa baafadha jedhe kodholleen, hayyee taate dubbiin; guyyoonni fuuldura keenya jiran guyyoota birati. We will see😀