Waayee Guyyaa boru yaadu Danda'u malee yaadda'uun naaf hin kennamne/Jireenya Ani itti waamame miti!
Luq. 12
²⁵ Isin keessaa namni tokko hammam yaadda'u illee, bara jireenya isaatiitti yeroo gabaabaa⁶ kan dabalachuu danda'u jiraa ree?
²⁶ Egaa waan xinnoo akkasii iyyuu godhachuu erga hin dandeenyee, isa kaaniif maaliif yaaddoftu ree?
Waaree Nagaa isiniif haa Ta'u ♥️