Altokko tokko Akka waa Qajeeluuf Dubbadhu Dubbadhu na Godha, Sammuun Koo gartokko ammo Deebisee utuu Ofii Keetiyyu waan baayyee Of+sirreessu Qabdu irra darbite Namootatti hin dubbatiin naan Jedha. Tarii dhugumayyu Jedhe maaltu akkas Na Godhe jedheen Kana Gidduutti Callisaanan Liqimfama!
Garuu Waanta Guddaa Sababoota kana lamaanuu akkan Qadaadu Godhun Keessa Namummaa Kootti dhaga'a
innis waanti Dubbatamu Qabu yeroo isaatti Dubbatamu Akka Qabu,Utuun ofii koottis hin dheekkamu ta'e Namootatti waa Himuuf Akka ija jabaachuu hin Dandeenyeedha!
Kanaafuu Waanti Bu'aa waliigalaa Argamu irratti Dhiibbaa Gaarii hin taane fidu Callifamuu hin Qabu.
Namootni Galma fakkaataaf waliin Hojjetan Akkamitti wal-gorsuu yoo barbaachises Walitti Dhekkamuu Dhiisuu danda'u? yoo kana Hin Godhan Ta'an Lamaansaniyyu Namoota Hojiif hin malleedha!
Hundaafu Namni Hafuura Namni ittiin Namatti Dubbatu qoree Bira gahuuf haa Dhama'uu maleee tilmaama biraa Keessa hin galiin! Akkaataan itti Namni Namatti dubbatuyyu Hafuura Namni ittiin Geggeefffame Namatti Dubbatu Ifatti ni Mul'isa!
Galgala Nagaa isiniif haa Ta'u 👋🏿
Gooftaan Bara Keessan haa Eebbisu ♥️