Waanta Ayyaanni Waaqayyo Gochuu Danda'u Namni hubate Hamma murtaa'a Ykn Daangeffamaa ta'e wayii Qabaachuu Akka hin Dandeenye Beeka!
Warri Ga'uumsa Ayyaana Waaqayyotti hirkatan waayee hamma mataa Ofii isaanii yaadu Dhiisaniiru! Namni waayee Hamma Ofii isaati yaadutti qabamee Jiraatu Nama hamma Ga'uumsa Foon Isaa qabuun shallagamaa Jiraatuudha!
Namni Ayyaanaa Waaqayyotti hirkate Ayyaana Waaqayyoon Daangaa Kamuu Gararraa Darbee Adeemuu Akka Danda'u Beeka! Sadarkaa sanaaf Ga'uumsa ,Humna , Dandeetti, Waanta Barchisu Hundumaaf Nama Gahe Ayyaanni Waaqayyo Isa Gochuu Akka Danda'u Beekeera!
Gooftaan Bara Keessan haa Eebbisu ♥️
Guyyaa Nagaa isiniif haa Ta'u 👋🏿