Karaan Seexanni ittiin Hojii Isaa Dhoksaatti Hojjetu Keessaa tokko Namoota Sooreyyi Addunyaa Kanaaf Sadarkaa Ogummaa Ogeessonni fayyaa Addunyaa Kanaaf irra gahanitti gargaaramuun tooftaa Namni Salphumatti Bira Gahu hin Dandeenyeen Waan Fedhe Galmaan Gahachuudha!
akkuma Beeknu Addunyaan har'a Ogeessotta Qoricha Dhibee Namaa fayyisu Warra Oomishan Qofa osoo Hin Taane Warreen Dhibee ilmi Namaa irraa fayyuu hin Dandeenye Oomishanis Heedduu of harkaa Qabdi!
Namni itti Dhiyeenyaan Yeroo Koranaa Keessa Wantoota Dhabbatoota fayyaa Addunyaa Ofiin Jedhan Gochaa Turan hubate ilaale Wantoota Baayyee Karaa Lama sadiin Akka Ilaalluuf nu gargaareera jedheen Amana!
Biyyi Ethiopia Jedhamtu Dhukkubsatoota Dhukkuba irraa fayyuu hin dandeenye Qaban Gargaarsa hakiimaatiin Du'uu Akka Danda'aniif Seera Isaan Gargaaruu Torbee kana raggasifatte Jirti!
Seerri Kun ulaaga Garaagaraa haa qabatu malee Addunyaa Kanarraa Biyyoota kaan Bira Akka Jiru Nan beeka!
Akka Africatti Garuu Ethiopia n Dambii adda ta'e raggaasifachuun Kan Jalqabaa taatetti!
Biyyootni Africa Heedduun Biyya kana Akka Biyya Guddootti waan fudhataniif Biyyootni Kaanis Murtoo Kana Itti fufu Akka Danda'an Namatti Mul'isa!
Wantoota Seera kanaan Wal+Qabaatan in Detail Dubbisuuf Yeroo hin arganne Garuu Gabaabumatti Seerri Kun Namootni Dhukkuba tasuma irraa fayyamuu hin Dandeenye Qaban Gargaarsa hakiimaan Du'uu Akka danda'aniifidha(indirectly Akka Ajjeefaman) Jechuudha!
Haa ta'u akkan barruun tokkorraa argetti Waanti Ethiopia n barbaachisummaa Seeraa kanaatti Amantee Akka sababatti Qabaatte Sirna Fayyaa Fooyya'aa Ta'e biyyatti Keessatti fiduuf Kaayyoo Jedhuudha!
Guutummaa Guututti Waan kana Akka sababatti Fudhachuun Sirna fayyaa Fooyya'aa ta'e Argamsiisuuf Jechuun Karoorsuun Ilaalcha Bifa Seexanaa Qabaachuu Kan Mul'isuudha!
Kallattii Biraan kana Jechuun Namni Dhukkuba irraa fayyuu hin dandeenye Qabu Guyya Guyyaan Jiraachuuf Gargaarsa fayya isaaf Godhamu irratti hirkatu Biyyaaf Ba'aa dha Jechuu isaaniidha!
Dhugaa Dubbachuuf ilmi Namaayyu Kan Inni hin jaallanne Namatti ba'aa ta'uudha,Namni Namatti ba'aa ta'ee Jiraachuurra dhabamuu filata!
hamma Waaqayyo Isa hin gargaarretti Namni Maatii isaatti akkasumas Namoota biraatti ba'aa ta'uurra harka 100% du'a Filata! Ammammo Isa kanatu Seera qabessa Godhame!
Har'a Maaliifan Kana Barreesse ?
Namootni Seera Waaqayyoof ulfina Hin laatne Raggaasisan, Keessumattu Warri Waaqayyoon Beekan utuu Hin adabamiin hin Hafan!
Kun akeektu Seerotni Nuti har'a Biyyoota tokko tokko Keessatti Raggaasifamuu isaniyyu Gaafa Dhageenyu Nu ciggaasisu Gara Fuulduratti Biyya Keenya Keessatti dhalootaaf aadaa ta'uuf Akkan karaa Akka Qopheessuuf
dha! Seerotaaf Dambiiwwaan Raggaasifaman Kiristiyaanonni itti Dhiyeenyaan Hordofuu Qabu jedheen Amana!
Egaa Nuti hundaafu Ilaalcha Eenyuyyu hin fudhannu Nuti garee Waaqayyooti!
Gooftaa Yesuus Namoota Akka mataa Keenyatti Jaallachuu Akka Qabnu Nu abbooma! Hamma Namni lubbuun Jirutti isaaf Danda'uun, Jaallachuun ,Kunuunsuu,Jaala Waaqayyo isaaf Qabu isatti Beeksisuun.
Yoo Namni ba'aa isinitti ta'uurra Du'uun Filadha Yoon Nuun Jedheyyu Kiristiyaanaaf ba'aa Namoota Baachuun waan inni Akka rakkinaatti ykn Danqaa karaa irraa kaafanuu Qabu Wayiitti Waanta inni ilaalu miti!
Nama gaafuma uumeyyu Waaqayyo wal-irratti akkanni hirkatu Godhee Isa uume!
Yoo Namni Ba'aa Namatti ta'uurra Du'uun Filadha jedhee nummo ba'aa Nutti Ta'i,Nu si jaalllanna ,si tumsina,si Kunuunsina Jechuudha Kun Jireenya Nuti itti waamaneedha!
Hamma kana Yoon Jedhe na gaha Biyyootni Namoota Umuriidhaan Deeman ykn Kanneen Dadhaboo ta'anille Akka Danqaa Wayiitti ilaalan Jiru!
Nuti hamma Waaqayyo Nu gargaare Namoota Guyya Guyyaan Jiraachuuf Gargaarsa Ogeessotta fayyaa irratti hirkataniif
1) Waaqayyoon isaaniif Kadhachuu
2) Karaa Dandeenyu Hundumaan isaan Gargaaruu
Waanta Waaqayyo Biraa Akka Seeratti Nuuf Raggaasifameedha!
Kun Waanta Dubbiin Waaqayyo Jedhuudha Nutis isuma Jenna!!
Gooftaan Bara Keessan haa Eebbisu ♥️
Kun Of+IJAARUU dha! 💪🏿