Kan Qalbii Koo Dhuunfate Jiru Gara an itti Deemaa Jiruudha,Nama Waanuma Amma Qabatamaatti Jiru Argaa Shallaga mataa isaati hojjete Na madaaluu barbaaduu irraa Waa Dhaga'uu Namummaankoo hin Danda'u! Du'aadha isaaf Dhagnikoo Ciruma hin dhaga'u waan Akkasii!
Waaqayyoo Yeroo Hundumaa Kanaaf Dhumasaarra Dhaabbatee achi as Nutti haasa'a!
Jalqabni Kee Gad Deebi'aa yoo fakkaateyyu Dhumni keemmo baayyee Guddaa hin ta'a Jedha Dubbiin Waaqayyoo!
An Isa Waan Guddaa Boodarra Naaf Kaa'e Jiru faana tarkaanfachuu Dhiisee waayee waan Gara Jalqabaa Waanta inni Fakkaatu irra dedddeebi'ee hin yaadu!
yaada Ani isiniif yaada anuma duwwatu beeka Jedhe Waaqayyo Isa kana Manni Barumsa an itti baradhe hin beeku, university an Keessa Jiru hin beeku,Even Namootni Naannoo Kootiyyu hin Beekan waan tokko qofan an Garuu beeka, Yaadichi Waanta Gaarii Hundumaan Guutuudha!
Kanumatu Qoricha ta'e Jireenya Namaa Raafama Kamiinu Keessa dabarsa!
Gooftaan Bara Keessan haa Eebbisu ♥️