Namni hamma waan ba'aa isatti Hundumaa Waaqayyo irratti Gatee Dhiisuu hin barretti utuu hammam dhama'eyyu Gammachuu Qabaachuu hin Danda'u! Namni altokko tokko Namni Waan isatti ba'aa ta'u waan dhaabeef Gammachuu Waan Qabu isatti fakkaata Kun Garuu Mallattoo Waan Yaaddoo Namatti ta'u Hundumaa Waaqayyo irratti Gatanii Dhiisuuti malee Waan Nama yaaddeessu wayii Jireenya Ofii Keessatti Dhabuu miti!
Namni Waaqayyo irratti Waan Isa yaaddeessu Gatee Dhiisuu hamma hin Barretti Waaqayyoo Wajjin Hariiroo Bu'aa isaaf Qabu Qabaachuu hin Danda'u! Sababiinsa wantootni inni Akka ba'aatti Ofii isaati baattachuuf dhama'aa Jiru Kun Lubbuu isaatti ba'aa ta'a! Yeroo kana Lubbuun Keenya Nu Keessatti Dhiphata! Jireenyi Keenya Hafuura jeeqamaa ta'a Kun ammoo Jireenya Keenya alaan Mul'atu irratti Wantoota Mul'isuu Qaba . Fakkeenyaaf
1) Akkasumaan aarii baayyisuu
2) Fuula ifaa ta'e Dhabuu
3) Waan Hafuuraf Fedhiin Namaa gad-bu'uu
4) Akkaataa Dubbii Abdii of+Keessaa hin Qabne! Fi bu'aawwan Gaarii hin taane kanarra Argamaniidha!
Mee Beyladoota Mana Keessa Qabdan ilaalaa? Hunduma Isaanitti waa fe'uuf /ba'aa irra kaa'uuf Gargaaramnaa? miti!
Horii Manaa Keessaa tokko HOOLAADHA? Mee Namni takkaa Hoolaatti waa Fe'ee beeku Jiraa??
Hin Jiru Waaqayyotu Akkasitti Akka Iseen Jiraatu hin barbaadne!
yesuus Hoolotatti Nu fakkeesse obboloota Koo,Mee yaaduma Kee Keessatti Hoolaa irra ba'aa wayii Kaa'i ilaaali? hin Danda'amu Hoolaan ba'aa baachuuf hin uumamne!
Dhiphinni, Yaaddoon Ba'aa Ulfaataadha lubbuudhaaf, Kanaaf Dubbiin Waaqayyo Himataaf Galataa Wajjin Fuula Waaqayyo Duratti akkanni Beekamu Godhaa malee Waan tokkotti Yaaddoo hi. qabaatinaa Jedha!
Namni Garuu Fuula Waaqayyo Duratti Hin beeksisu waan ta'eef Lubbuuusa ba'aadhaan dhiphisa akkasitti Turtii Keessa Hariiroo inni Waaqayyo waliin Qabu diigama!
Namni Fuula Waaqayyo Duratti Gaafa Waa beeksifatu Waaqayyotti kennate ka'a malee Fudhate hin ka'u! Gaafa inni Fuula Waaqayyo Duratti Beeksifatu Waaqayyo harkaa fuudha! Akkasitti Lubbuunsa Waaqayyotti Gammachuu Qabaatti akkasittis Hariiroo Waaqayyo Wajjin Qabdu Iddootti Eeggatti!
Dubbiin Waaqayyo Fakk 12 irratti Yaaddoon Garaa Namaa Keessa yoo Jiraate Gad-nama Qaba jedha! Yaaddoon, dhiphinni Lubbuudhaaf ba'aa ulfaatadhaa obboloota Koo!
yeroo Kana Keessi Namummaa Namaa Gammachuu hin qabatu!
Egaa Wantootni Kun Wantoota Lubbuudhaaf ba'aa ta'aniidha! Egaa ba'aa ammoo ulfaataa Kan Isa Godhu Haala inni ittiin baatamuudha! Kan Nuuf baatu Waaqayyodha akkasitti Amanannaan Namni Waaqayyoorra Qabulle Gad+Jabaate dhaabbata!
“Gooftichi inni guyyuma guyyaatti ba'aa keenya nuuf baatu, Waaqayyo inni nu oolchu, maqaan isaa haa eebbifamu!”
— Far. 68:19
Gooftaan Bara Keessan haa Eebbisu
Guyyaa Nagaa isiniif haa Ta'u ♥️