Yeroo tokko waanan Anaaf Gaariidha jedhee Barbaade waanan dhaabeef Baayyee Gadde har'ammoo Waan Sana Argachuu Dhabuu Kootu Na gammachiise! Jireenya Anaafis Namoota Naannoo jiraniifis Bu'aa Qabu waanan dhabe Keessanan argadhe!
Waanti Dhaban/itti Milkaa'u dadhaban/ Hundumtuu Miidhaaf,kufaatidhaaf miti obboloota Koo Garuu Bu'aadhafisidha!
Anatu si'a Lama waan Garaagaraa yaade malee Waaqayyoon miti!
Waanti Dhaban/itti Milkaa'u dadhaban/ Hundumtuu Miidhaaf,kufaatidhaaf miti obboloota Koo Garuu Bu'aadhafisidha!
Anatu si'a Lama waan Garaagaraa yaade malee Waaqayyoon miti!