Far. 27
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁴ Ani Waaqayyoon waan tokkicha nan kadhadha, isas argachuu nan barbaada; innis, bara jireenya koo hundumaa mana Waaqayyoo keessa jiraachuu, gaarummaa Waaqayyo hojjetu ilaaluu, mana qulqullummaa isaa keessattis isa yaadachuu dha.
⁵ Inni guyyaa wanti hamaan ana irra ga'utti mana isaa keessa na kaa'ata, suuqa godoo isaa keessa na dhoksa, nagaattis kattaatti ol na baasa.