Tokko boochistuun gaafa "Haati Abaluufaa Haadha hunda keenyaa turan" jettee gaafa boochistu dhaga'eetu, Haati manaa hiriyaa keenyaa duutee yemmuu boo'u "Haati manaa abaluu Haadha manaa hunda keenyaa turte" jennaan uummatni afaan qabate. Kunoo amma isa awwaallee deebi'aa jirra.
Meettaa "Akka abaluun sirbaan morma nama jallisa"
🤭
@Qoosa430
Meettaa "Akka abaluun sirbaan morma nama jallisa"
🤭
@Qoosa430