Haadha warraatu Abbaa warraashee shakkiti!
Guyyaa tokko utuu inni kutaa shaaworii keessa jiruu bilbilasaa fuutee sakata'u jalqabde!
lakkoofsa bilbilaa akkanatti qabamanii jiran bilbilasaa keessatti argite,👇
1. My love
2. Woman of my friend
3. My Beautiful
4. King of my heart
5. Second mom
Kana booda aartee, aarii guddaadhaan gara bilbila isa jalqabatti gaafa bilbiltu haadhasaatu irraa kaase!
Ammas isa cuftee lammaffaarratti gaafa bilbiltu obboleettinsaa hangafni irraa kaaste😑
Amma erga naasuu guddaan bilbilicha cuftee booda bilbila isa saddaatti aartiin gaafa bilbiltu inni kun immoo kan obboleettisaa ishee quxusuuti🤧
Ammas akka joonja'uu wayii taatee isa arfaffaarratti gaafa bilbiltu inni kunimmoo kan masmarri qabamaadha jedhe. Kan isheeti!😂
Amma fuula gammachuun guutame wayiidhaan bilbila isa shanaffarratti gaafa bilbiltu kan haadha isheetiitia😊
Gidduu kanatti abbaa warraa kutaa shaworii keessaa fixee yeroo achi as ba'u haadha warraansaa baayyee gammaddee waan turteef qarshii kuma shan (5000) isa badhaaste. Kana booda innimmoo chiikisaa ishee " Obbo Guutamaa " jedhee qabatee jiru sana qarshichaan deemee bargarii affeere😁
@Qoosa430