πHaadha Manaatu Mana Yaalaatti Yaalamtee Erga Deebitee Booda Abbaa Manaasheen Akkas Jette
Doktariin Akkas Naan Jedhe "Ji'a Tokko Qarqaraa Galaanaa,Torban Lama Biyya Keessa,Torban Tokkommoo Biyya Alaa Deemtee Yoo Bashannante Malee Ati Takkaa Hin Fayyitu" Naan Jedhe Jalqbarratti Eessa Na Geessita Dammako? Ittiin Jetteπ
Abbaan Manaa Yoo Maal Jedhe Gaariidha Seetanπ
Gara Doktarii Biraattin Si Geessa Ittiin Jedheπ
Jarattiin Harkaa Qul'aatti Nu Hambisuu Barbaaddiim Mala Hin Dhabinaa Malee Dhiiroocheeπ
Share⬠@qoosaa_oromoo