Class-tti Ijjoolleen Dur Wajjin Barumsa Barachaa Turre Har'a Eessa Jiru?π
1.Gara Duraa 1ffaa Irra Kan Ta'aa Turan Baankii Keessatti Miindeffamanii 10K Birr Ol Nyaachaa Jiruπ
2.Gara Gidduu Taa'aa Kan Turan Ijoolleen Shamarranii Biyya Arabaa Jiru.Ijoolleen Dhiiraa Immoo Liibiyaa Irraan Lafa Ka'aaniiru Jedhan Amma Akkasaan Ta'aan Hin Beeknuπ
3.Teessuma Isa Dhumaa Irra Taa'aa Kan Turan Immoo,YouTube Irratti Video Hojjetanii Jireenyi Darbeeraaf Kaanimmoo V8 Qabuyyuudhaπ
4.Haadhumashee Kan Class Galanii Hin Barannemmoo Kunoo Biyyi Itti Kennamee Aanaatii Amma Federaalaatti Nu Bulchaa Jiruπ
5.Yerooma Barannu Sana Group'n Raastaa Wayiimmmoo Jiru Turan Kan Wal Guuranii Wal Duukaa Yaa'an Isaanimmoo TikToker Taa'aanii Followers 100K ol Qabu Nagaayyuu Nama Hin GaafataniyaaπMaaliif Jennaan Tiktoker dhaka
π₯ΉMalee Haadhooko Anaa Nyaatuutii Ati Yeroo Amma Kana Eessa Jirtagaa Warra Kana Keessaaπ
Share⬠@qoosaa_oromoo