⚠️ Gowwoomsaa
‼️Badhaasa keessan argaattanittu, account keessan rakkoo keessa jira, mobile banking waan ulfaateef fooyya'iinsa network gochaa jirra... Wanti nama ajaa'ibu namoonni kun waajjiraafi mana jireenyaa kireeffatanii hanna kana raawwachaa jiru
-Yeroo dhiyoo asitti hattoonni akkasi nu waliin haasa'aa turan sanaan alatti sagalee namoota biroos duubatti ni dhaga’aama ture.
‼️Rakkoon gosa kamiiyyuu kara CBE yoo jiraate, damee isinitti dhihoo jiru dhaqne sirreessuu irraa kan hafe bilbilaan isiniif furra step ani isinitti himuu na waliin deema jedhanii yoo isinitti himan hin dhaggeeffatinaa.
️Waan isinitti himame obsaan dhaggeeffadha, yoo danda'ame sagalee waraabuun tarkaanfiiwwan isaan si qajeelchan waraqaa irratti barreessuun lakkoofsa herrega isaanii qabaadhatii gara baankiitti bilbilaati gabaasa gochuu hin dagatina irra caalaan hattoota kana baankii daldalaa irraa isiinif bilbila jirra isiinin jedhu lakkoofsa bilbila dhunfatiin , kanaaf baankiin daldaala immoo lakkoofsa kana fayyadama 951 isinis lakk kana irratti bilbilaatii waan hunda sirnaan gabaasaa hanni akkasii hawaasa keessa akka hin baballannef
‼️Nama beektan hundaaf share godhaa, yoo hin taane gowwoomsaan akkanaa akka jiru beeksisuuf yaalaa.
LIKE AND SHARE YOUR CHANNEL
💎💎💎💎💎💎💎
@samitecno
@free_ict_group
💎💎💎💎💎💎💎
Sababaa kannen gadii kessa isinitti tarreessun namoonni gowwomsaa namoota irratti rawwacha jiru irra of eggadha