#YuunivarsitiiAsoosaa
#Waamicha
Yuunivarsitiin Asoosaa sagantaa barnoota sirreeffamaan barattoota gara Yuunvarsiitichaatti ramadamaniif guyyaan galmee Bitootessa 11 fi 12/2015 ta’uu ifoomseera.
Waantoota yeroo Yunivarsiitii deemtan of harkaa qabaachuu qabdan:
➧ Ragaa barnoota kutaa 12 ittiin xumurtan
➧ Tiraanskriiptii kutaa 9ffaa hanga12ffaa; Orijinaalaa fi koppii
➧ kaardii kutaa 8ffaa, Orijinaalaa fi koppii
➧Suuraa Gurdii 3 by 4 (Suuraa Gabaabaa).
➧Uffata Ispoortii fi Kan halkanii
Yuunivarsiitichi barattoota guyyoota eeraman duras ta’e booda dhufan akka hin keessummeessine akeekkachiiseera.
@WalaloofiAsoosama