Forward from: DHALOOTA DABAREEN GA'E!
Dhaloota ajjeesaa kan jiru waldaa kiristiyaanaa keessaa dhibuu utuu hin taanee Doonii Yesuus keessaa dhibuudha👌
Mana Giimii deemtanii maashinii fiigichaan yeroo fiiguu jalqabdan👇
Hamma dandeessan fiigdanii yeroo dhaabattanii qilleensa fudhachuuf Jettan dafqa baayyee,dadhabbii Fi fiigicha fageenya hnqabne Akka fiigaa ooltanfaa argitu🤗
Yesusin malee deemuun Akkasi! Callisteema dadhabuu,jooruu,jawwaruudha!
Obboleessako Obboleettiiko
Yesuus sijaallata!
Harki Araara Isaatii ammayyuu diriiree Jira.
Dhiignisaa harrayyuu ho'aadha!.
Gara Yesusitti haa deebinu...
Maqaawwan waaqayyoo keessaa dur warri Israel maqaa isa YAHWEH jedhu waamuu sodaatanii Elshaadayi,elro'i,Yiryee,....jedhanii waamuu....
Booda ilaalla Ballinaan,👌
Maal jechuun barbaade beektuu namoonni baayyeen waaqummaa Yesuus Waan shakkaniif akkasumas waan mormaniif "Waaqayyo" jecha jedhu Akka salphaatti waamanii Yesuus kan jedhummoo waamuu saalfatu....
Amantiiwwan Jiran keessaa addumatti 'New world religion" jedhanii warri of waaman qooda "Waaqayyo","Gooftaa" #Kuuriyoos*Isa jedhamu waaman " Rabbi"jedhanii waamuu🥰
Akkasitti Kara salphaan Dhalootni Wal harkaa fuudhee Rabbi jedhee kakachaa oola!..
Mee atumti yeroo isuma afaanni itti sibareef kakattee waa namatti himtu dhiyeenya kana Maal jettee kakatta?
Dhugaaa Rabbiii... jettee akkati kakattu bira ga'eera😁
Durimmoo Maal Jetta?
Dhugaa Yesuus,Dhugaa waaqayyo Isa jiraataafaa Jetta mitii😁 argitee atis utuu hinbeekin step tokko gara isaaniitti gorteetta jechuudha 🤗
Akka waliigalaatti "Maqaa waaqayyoon kakachuun hin barbaachisu" waa'ee kanas itti deebina👌
Ammaaf maal jechuu barbaadeenii
👉Guyyuu Waan hojjennuuf waan dubbannu ha to'annu!
Waaqayyo nu jaallata!
Hallelujah🙌🙌
Kanaafan dhaloota kan balleessaa Jiru waldaa kiristiyaanaa keessaa dhibu miti markaba Yesuus keessaa dhibuudha malee jedhee jalqabe...
👉Ani waan tokko jechuu Yoon barbaade kallattiimaanin jedha malee bira qabee hinjedhu!
kanaaf namootni Maal jechuu yaaddeetu akkas jettee barreessite Jettanii na gaafattan
👉Wantin jechuu barbaade kunoo Isuman gabaabsee barreesse kanaadha! Isiniif galeera...ammas wanti na hubachuu qabdan👇
Waldaa kiristiyaanaa keessa Jiraachuun hin barbaachisu hin Jennee an garuu dhaloota waldaa kiristiyaanaa keessa utuu jiranii Doonicha keessammoo hinjirre baayyee beeknas baayyeedhas....
Yesuus waaqadha! Yesuus Gooftaadha!
Waaqayyo sijaallata!
https://t.me/+n8nZdY2wzoEzN2M0
Nu quunnamuuf 👉@Toliishaa