Forward from: DHALOOTA DABAREEN GA'E!
Ija waan qabdaniif qofa lafa argaa hin jirtan👌
Nama dhiba! Yeroo lafti bari'u ganama,yeroo lafti dhi'u immoo halkan jedhama.jecha biraatiin yeroo Biiftuun baatee iftu guyyaa,yeroo Biiftuun seentee dukkanni qubatu halkan jedhama.Wantoota nu naannawaa keenyatti argaman arguuf ijaan ilaaluu qabna.Ijaan ilaallee arguuf ammoo Ifti jiraachuun dirqama.Wantoota ilaallee kan arginu waan ija qabnu qofaaf osoo hin taanee Sababii Ifti wanta Nuti ilaala jirru irra qubatee ija keenya irratti yeroo balaqqeessa'u fakkaattin wanta Nuti ilaalaa jirruu baqqaana ija keenyaa keessaa "Raatinaa" irratti gadgombifamee mul'ta.Dhaamsi yeroo sammuu qaqqabu sammuun wanta sana Ol qajeelchee Akka iji arguuf dhaamsa deebisaaf.Yeroo kana iji keenya wanta ilaale tokko argee, Kun"Intinaadha" jenna jechuudha.Bu'uurri adeemsa kana hundaa jiraachuu ifaati!
KIRISTOOS IFA KEENYA!
Nuti Sababii iji nutti jiruuf utuu hin taanee,Sababii YESUUS nu wajjiniin jiruuf addunyaa kana ilaallee argaa sochoona. Kalaas!
Mee hubadha utuu dhuguma waan iji nutti jiruuf qofa wantootni nutti mullatu ta'ee maaliif halkan iji keenya hubatee arguu dadhaba.waan dukkana keessa jiru arguuf Ija gurguddisnee hiixanneefaa ilaalla.Isumayyu sirriitti hin arginu addan hin baafannu.Baayyeen keessan Gufuu argitanii waraabeessa(Bineensa) seetanii karaa irra maqxaniifaa yookinimmoo mataan isinitti Akka bokokee ulfaachuufaa ta'e hin beekuu??? Isati mudannoo kee yaadatte kolfite si argaan Jira😁😁
Obboleewwanko YESUUSn malee Jiraachuun dukkana keessa deemuu caalaa of dadhabsiisuun kan guute,sodaachisaaf naasisaadha👌
Asregice eyenegarkuachu nw🤗
YESUUS KARAAdha,IFA!
Inni agartuu keenyaan ol, Bu'uurri Isa!
https://t.me/+n8nZdY2wzoEzN2M0
Nu quunnamuuf 👉 @Toliishaa
Durri Kun kan mo'ichaati sagaleen kiraaraaf weedduu ha dhaga'amu....