Forward from: DHALOOTA DABAREEN GA'E!
..... yeros utuuman hojjedhuun addaan kute Amma beqqaa ofuma na jibbisiisee ennanin itti deebi'ee hojjetaa Jira ...Qoy dhuguma sportii hojjechuun cubbuudhaayii? ....
Nagaan isiniif ha ta'u 👋 barreeffamni armaan olii Kun kan obboleessikoo tokko naa barreesseedha...Mana jiimii deemaa tureetu cubbudha ittiin Jennaan dhiiseee turee ammammoo qaamnumti itti salphatee of Isa jibbisiisnaan waan fedhe ha ta'u malee jedhee deebi' ee hojjechaa Jira😁
Isaafis Kara keessaa barreesseefiin ture.Akkuman barreeffamasaa dubbisee fixeen waan yaadadhe👇
Yeroo tokko Sheekii tokkotu loon bukkee midhaanii utuu tikfatuu sa'atiin sagada(Azanyi) isaanii itti ga'eennaan sagaduutti ka'e jedhan.Yeroo kana Loon Kun midhaanitti nam'anii(seenanii) nyaachuu jalqabu.Sagadarraa utuu hin fixin ka'uun Akka seera isaaniitti hin gorfamu.Garuu sagalee Isa loon Kun midhaanicha cucuffatanii dhufee dhufee gurra bu'ee rakkisnaan...namichichi👇
Jannata Minaalbaataaf jedheen midhaankoo horii ficcisiisaa jedhee sagada itti dhiisee ka'ee dhaqee loon midhaanirra ari'e jedhama.
Amma gara mata duree keenyaatti ha deebinu..
Sport hojjechuun cubbuudhaa??
Macaafni qulqulluun lafa itti waa'ee ispoortii keessaa baasee haasa'u hnqabu.Nuti biyya lafaattii adda ba'uu qabna garuu biyya lafaa keessaa ba'uu hn dandeenyu(Utuu fooniif lubbuun keenya Kun walkeessa jiruu jechuukooti).
“Isa hamaattii akka isaan eegduuf malee, biyya lafaa keessaa akka isaan baaftuuf si hin kadhadhu.”
— Yoh. 17:15
“Ergaa koo keessatti namoota halalummaatti jiraatanii wajjin hidhata akka hin taane jechuun koo, walitti qabaatti warra biyya lafaa kana keessa halalummaatti jiraatan yookiis warra sassatan, yookiis warra saaman yookiis warra waaqayyolii tolfamaniif sagadan baqadhaa jechuu koo miti; kanaa achi raawwattanii biyya lafaa keessaa ba'uutu is in barbaachisa ture.”
— 1Qor. 5:10
👉Sportii hojjechuuniif deggeraa ta'uun cubbuu miti..Garuu maaliif akkati Sportii hojjechuuf kakaate murteessadha.
Your motive decides!
Ulfina waaqayyoof oolchinaan rakkoo hnqabu.Agul difiratii sitti naqa taanaan garuu gatii hn qabu.Ofitti amanamummaa hin barbaachisne sitti hora taanaan gatii hnqabu.Nuti ofitti hin amannu, waaqayyotti amanna! Ofii keenyaan homaa hn godhannu,Of hin dandeenyu,isattii adda baanee homaa gochuu hn dandeenyuun jedhe👌 Yoh15
“Anatti qabadhaa jiraadhaa! Anis isinitti nan jiraadha; akkuma dameen muka waynichaatti qabatee yoo jiraachuu dhaabaate ofiin ija godhachuu hin dandeenye, isinis anatti qabattanii yoo jiraachuu dhaabaattan ija godhachuu hin dandeessan.”
— Yoh. 15:4
"Anatti qabadhaa jiraadhaa jechuun isaa Ofitti amanamummaa hin barbaachisnef hin bitamin jechuusaati"
“Namummaa foonii cimsuuf of qoqqopheessuun wanta muraasaaf nama gargaara; nama Waaqayyoo ta'uudhaaf of qoqqopheessuun garuu,wanta baayyeedhaaf nama gargaara; jireenya ammaaf, isa dhufuufis abdiin isuma keessa jira.”
— 1Xim. 4:8
Ballinaan booda itti deebina... kanuman jedhagaa Macaafni qulqulluun akkas jedha waan ta'eef....
Ulfaadhaa 🙏 Eebbaaf ta'aa 👋
Nu quunnamuuf 👉 @Toliishaa
Biqilaan biqilee ija malee hin hafuu(3)
Wanti dubbatame raawwatamuu hin hafuu.......
https://t.me/+n8nZdY2wzoEzN2M0