#Dubbisimee
π° illeettiitu suuqii dhaqee: "Kaarotii π₯ qabduu?" jedhee gaafate. Isaanis "Lakkii hin qabnuu" jedhaniin. Guyyaa itti aanus illeettiin π kun dhufteetuma ammas "Kaarotii qabduu?" jetteen. Jarris aaranii " Kaarotii hin qabnu siin jenneerra; yoo itti deebitee nu gaafatte mataa keetti madooshaa dhaan π¨ mismaara rukunna" jedhaniin.
Guyyaa 3ffaas illeettiin ammas deemtee "Madooshaa π¨ qabduu?" jetteen. Jarri suuqiis "LAKKII" jedhaniin. π Tole "Mismaara hoo qabduu?" jetteen.
Jarris "LAKKII" jedhaniin.
Yeroo kana illeettiin π fataa jettee "Kaarootii qabduu?" jetteen.π
Diinni kee akka si sodaachisuuf karaa hin baniniif. Inni homaa harkaa hin qabu. Kaayyoo kee qofa irratti xiyyeeffadhu. Qara Qarri Qare ta'i π₯°
https://t.me/+LRcKMB9yEK4xZGZk