ππππππππππππππΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπ»
Namni kun Lual Malong jedhama. Biliyeenera lammii biyya Suudanii Kibbaati.
Mootummaan isaa madda qabeenyaa keetii qoranna jennan qabeenya qabu hunda tokko osoo hin hanbisin hundaa isaa guuratee gara biyya Kanaadaa imale.
Maaliif akkana goote jedhamee gaafiin dhiyaateef jennaan immoo akkas jedhee "Mootummaan yeroo ani hiyyeessa ture madda hiyyummaa koo maaliif hin qorannee ?
Mootummaas tahe namni yeroo ati duroomattu qofa waaβee jiraachuu kee kan beeku malee yeroo ati hiyyeessaa eenyuu illeΒ maqaa kee hin beeku, maqaan kees hin dhahamu.
Namoonni madda gammachuu kee fi madda durummaa keetii beekuuf haa cinqamanii ati garuu halkanii guyyaa jireenya kee jijjiiruuf hojjadhu jechuu isaati fakkaata.