#Sammuu ofii hojjechiisuun dandeettii horachiisuu utuu hin taane, dandeettii sammuu sanaa hojiitti hiiksisuudha.
▷ Saayintistiin #Albeert_Enistaayin utuu addunyaan hamma sana sammuu isaa ajaa'ibsiifattuu akkana jedhe, "Dandeettii sammuu kootti harka dhibba keessaa harka digdamii shan (25%) qofaan waanan fayyadame natti fakkaata!" Jedhe.
➲ Addunyaa kana caalaatti dandeettii sammuu namaa qabeenya isaa kan godhate biyyeedha jechuudha.
We are in Personal Development Training Sammuu dhala namaa leenjisuun milkaa'inaaf qopheessudha. Namoota ijaarama sammuu guddataa/Growth mindset find opportunity in everything while negative mind finds fault in everything
"Imala qabsoo #diinagdee keessatti, meeshaa waraanaa dargaggoonni jalqaba irratti hidhachuu qabu ANI NAN DANDA'A isa jedhamuudha"! Kitaaba Dhaloota Dinagdeen Humneessuu keessa fudhatamee.
Via Dr. #Gutu_tesso